" Namoonni hojii keessan isa gaarii arganii, abbaa keessan isa waaqa irraaf ulfina akka kennaniif ifni keessan akkuma kanaatti namoota duratti haa ifu!..."
(Maatewos 5: 16)
Eeyye, michoota koo, bara ammayyaa kana iyya sagalee keenyaa caalaatti wanti qabatamaan nuti hojjannu iyyuu qaba. Dhaga-ba'uumsa gaariidhaan deddeebi'aa namoota hundumaa gara gaarii fi fayyisaa isa ta'e Gooftaatti akka boojinu waaqayyo nu haa gargaaru. AMEEN!
http://www.biblestudytools.com
Comments