Skip to main content

Posts

Showing posts from September, 2020

BARA OLKAAFAMUU BIYYA KEENYAA

        Bara_2013-2023_ALI                        Kutaa 1 Raajii fi Abdii kana'aaniin galuu fudhachuun qofti wabii kana'aan galuu erga hin taanee(Iya 14:30, Ibr 11:13; 11:40), har'as raajii baay'ee dhaga'uun qofti wabii dhaaluu ta'uu hin danda'u. sagalee waaqayyoo irra yoo dhaabbanne, eenyummaa dhaaluu fi ejjannoo yoo qabaanne, yoo kadhannee fi yoo amanneen alatti, qophii dhaaluu yoo hin qabaanne, hin dhageenya malee hin dhaallu. Waaqayyo illee sagalee dubbate kan raawwatu waan raajota gara garaatiin waa'ee keenyaa fi Itiyoophiyaa dubbate qofaaf utuu hin taane, sagalee isaa irra yoo dhaabbannee fi eenyummaa dhaaluu fi ejjannoo yoo qabaanne qofadha. Kanaafuu, raajii waa'ee olkaafamuu biyya keenyaaf dubbatameef of haa eeggannuu. Yesuus waa'ee bu'uu hafuura qulqulluu yommuu dubbatu, "Abdii abbaan Koo isiniif kenne, isa ani isinitti hime sana eeggadhaa!" (Hoe 1:4) jedhe sana irraanfachuu hin qabnu. Kan biroo imm...